Kakuu Moofaa
Nehemiyaa
Dallaawwan Yerusaalem diigamanii ciciccitanii jiru, Nahimiyaanis saba isaan deebisanii ijaaruuf geggeessa. Giddu-gala isaa irratti kadhannaa guddaa Abbaa saba isaa gammoojjii hunda keessa baasee eegee yaadachiisu tu jira.
Giddu-gala isaa irratti kadhannaa guddaa Abbaa saba isaa gammoojjii hunda keessa baasee eegee yaadachiisu tu jira.